Hayyee, Baga Gara Chaanaalii HUNDAAF TECH Dhufte!
Chaanaalii Kana Irratti Viidiyoowwan Ati Argachuu Dandeessu, Viidiyoowwan Teeknoloojii (Tutorials), Kaka'uumsaa (Motivational) fi kkf Yemmuu Ta'an

Viidiyoowwan Teeknoloojii Fknf: Sooftiweeriwwan Kompiitaraa, Ijaarsa Marsariitii, Database, Programming, Algorithm, Artificial Intelligence fi kkf Gaaffiwwan Hordoftoota Chaanaalii Kanaan Gaafataman Dabalatee

Sababni Chaanaalin Kun Banameef, Barattoota fi Dargaggootaf:

1. AKKA ISAAN TEEKNOLOOJII WALIIN SIRRIITTI WAL-BARANIIF
2. BU'AALEE TEEKNOLOOJII IRRAA FAYYADAMOO AKKA TA'ANIIF
3. CHAANAALIN KUN KAKA'UUMSA AKKA ISAANIF TA'UUF
4. YEROO KAMIYYUU EESSATTIYYUU ADUNYAA DIJITAALAWAA KANA KEESSATTI DUUBATTI HAFANII AKKA HIN ARGAMNEEF

Kana Malees Hordoftoota Chaanaalii Keenyaf Yeroo Adda Addaatti Badhaasa Adda Addaa Ni Qopheessina Kanaaf, Namoonni Teeknoloojii Jaalattan Hundumti Keessan Chaanaalii Kana Irraa Waan Heedduu Fayyadamtu Waan Ta'eef Chaanaalii Kana SUBSCRIBE Gochuu Hin Dagatinaa!!